Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
balala 2 da.go.
GAO

yeroo tokko tokko, darbee darbee, turee turee; "Yeroo hunda hindhufu balala malee."

balalaa abiddaa ma.
GAO

laboobaa yookiin arraba abiddaa.

balalaa abiddaa ma.
GAO

laboobaa yookiin arraba abiddaa.

balalaa ma.
GAO

baala baarzaafii kan yeroo gogu bobeessan.

balalaa ma.
GAO

baala baarzaafii kan yeroo gogu bobeessan.

balalaa'uu go.
GAO

1. abiddi laboobuu yookiin arraba baasuu. 2. baay'ee aaranii loluu, oori'uu, dallanuu.

balalaa'uu go.
GAO

1. abiddi laboobuu yookiin arraba baasuu. 2. baay'ee aaranii loluu, oori'uu, dallanuu.

balaleessuu 1 go.
GAO

akkajibbamu gochuu.

balaleessuu 1 go.
GAO

akkajibbamu gochuu.

balaleessuu 2 go
GAO

akka bokoku gochuu, akka garaan afuufamu gochuu.

balaleessuu 2 go
GAO

akka bokoku gochuu, akka garaan afuufamu gochuu.

balali'uu go.
GAO

1. qilleensa yookiin Waaqa keessa kaachuu. 2. abiddi laboobaa baasuu.

balali'uu go.
GAO

1. qilleensa yookiin Waaqa keessa kaachuu. 2. abiddi laboobaa baasuu.

balaloota ad.
GAO

Kan garaan afuufame, kan bokoke.

balaloota ad.
GAO

Kan garaan afuufame, kan bokoke.

balaq godhuu go.
GAO

tasa ibsuu, tasa ifa kennuu.

balaq godhuu go.
GAO

tasa ibsuu, tasa ifa kennuu.

balaqqama
GAO

"haqqee" ilaalaa.

balaqqamsiisuu
GAO

"haqqisiisuu" ilaalaa.

balaqqamuu
GAO

"haqqisuu" ilaalaa.

Sponsors