Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baaccuu ad.
GAO

dubartii waan qabduun koortu yookiin boontu.

baachifachuu go.
GAO

akka namaa baatu gochuu.

baachifachuu go.
GAO

akka namaa baatu gochuu.

baachisuu go.
GAO

ba'aa irra kaawuu. 2. akka ulfa taatu gochuu.

baachisuu go.
GAO

ba'aa irra kaawuu. 2. akka ulfa taatu gochuu.

baachuugo
GAO

1 . waan ta'e of irra kaawuu, 2.daa'ima garaatti uummachuu, ulfa ta'uu.

baacoo
GAO

"qoosa" ilaalaa..

baacuu go.
GAO

waan qabaniin boonuu, kooruu.

baacuu go.
GAO

waan qabaniin boonuu, kooruu.

baadiyyaa ma.
GAO

lafa magaalaa irraa hiixu jiru.

baadiyyaa ma.
GAO

lafa magaalaa irraa hiixu jiru.

baaduu
GAO

"hareera" ilaalaa.

baafachuu go.
GAO

1. keessaa fudhachuu, keessaa ooftachuu. 2. kanfalacuu; Qarshii mana baankiitii liqeenfadhe baafachu...

baafachuu go.
GAO

1. keessaa fudhachuu, keessaa ooftachuu. 2. kanfalacuu; Qarshii mana baankiitii liqeenfadhe baafach...

baajii ad.
GAO

horii gaafi gadi jallatu.

baajii ad.
GAO

horii gaafi gadi jallatu.

baakaa 1
GAO

"lammaffoo" ilaalaa.

baakaa 1
GAO

"lammaffoo" ilaalaa.

baakaa 2 ma.
GAO

buddeena itti 'afuurse, kan yoo tolchan qilleensi dhayee ija hinqabne.

baakaa 2 ma.
GAO

buddeena itti 'afuurse, kan yoo tolchan qilleensi dhayee ija hinqabne.

Sponsors