Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bal'isa ma.
GAO

1. akka bal'aa ta'u gocha. 2. urufa, bakkee dhiphina hinqabne, bal'ina; "Bal'isatti bayaa tabadhaa."

bal'isuu go.
GAO

akka bal'atu gochuu; "Daa'ima nafti guddachaa deemuuf uffata bal'isuu wayya."

bal'isuu go.
GAO

akka bal'atu gochuu; "Daa'ima nafti guddachaa deemuuf uffata bal'isuu wayya."

bal'oo 1 ad.
GAO

kan bal'aa taate.

bal'oo 1 ad.
GAO

kan bal'aa taate.

Bal'oo 2 ma.
GAO

guyyaa roobin arbii dura dhufu, kiibxata, lammaffoo, baakaa, facaasaa.

Bal'oo 2 ma.
GAO

guyyaa roobin arbii dura dhufu, kiibxata, lammaffoo, baakaa, facaasaa.

balaa ma.
GAO

1 . waan hamaa namatti fidu, sababa; "Balaa keetin dhirsiifi niitiin wal dhaban" . 2. badii yooki...

balaa ma.
GAO

1 . waan hamaa namatti fidu, sababa; "Balaa keetin dhirsiifi niitiin wal dhaban" . 2. badii yookii...

balaaleffachuu go.
GAO

wal dhabuu,jibbuu.

balaaleffachuu go.
GAO

wal dhabuu,jibbuu.

balaaleffannaa ma.
GAO

diddaa yookiin jibba agarsiisa.

balaaleffannaa ma.
GAO

diddaa yookiin jibba agarsiisa.

balaaloo ma.
GAO

1. diddaa yookiin jibba. 2. wal dhabiitii, wal fedha dhaba.

balaaloo ma.
GAO

1. diddaa yookiin jibba. 2. wal dhabiitii, wal fedha dhaba.

balaccuu ad.
GAO

1. horii addi adii, booqaa, boddaa. 2. waan namatti cululuqu.

balaccuu ad.
GAO

1. horii addi adii, booqaa, boddaa. 2. waan namatti cululuqu.

balala 1 ma.
GAO

nama yeroo hojii (daboo) dhabamee yeroo nyaataa dhufu; Waasiin lammataa balbala irra teecheeti bala...

balala 1 ma.
GAO

nama yeroo hojii (daboo) dhabamee yeroo nyaataa dhufu; Waasiin lammataa balbala irra teecheeti balal...

balala 2 da.go.
GAO

yeroo tokko tokko, darbee darbee, turee turee; "Yeroo hunda hindhufu balala malee."

Sponsors