Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bakaja ad.
GAO

1. nama luka golbee, kan mogoleen jallatu. 2.boosettii jiruu inbareeffanne, bataja.

bakakkaa ma.
GAO

waan yeroo Waaqni calaqqisee didirrisaa roobu wayitti bu'ee balaa fidu.

bakakkaa ma.
GAO

waan yeroo Waaqni calaqqisee didirrisaa roobu wayitti bu'ee balaa fidu.

bakara ma.
GAO

eeboo, qarri isaa baldhatu yookiin guddatu.

bakara ma.
GAO

eeboo, qarri isaa baldhatu yookiin guddatu.

bakka ma.
GAO

iddoo, lafa; Bakkakamii dhufte?

bakka ma.
GAO

iddoo, lafa; Bakkakamii dhufte?

bakkaafa ma.
GAO

bargaanfatanii deemicha.

bakkaafa ma.
GAO

bargaanfatanii deemicha.

Bakkaafaa 2 ma
GAO

mootii habashaa kan bara 1712 kaasee amma bara 1727tti bulche.

Bakkaafaa 2 ma
GAO

mootii habashaa kan bara 1712 kaasee amma bara 1727tti bulche.

Bakkaafaa Ad.
GAO

nama si'a deemu  miilli gargar baqatu.

Bakkaafaa Ad.
GAO

nama si'a deemu  miilli gargar baqatu.

bakkaafuu go.
GAO

bargaanfatanii deemuu; Mudaammuddiitu si dhiita'ee kan bakkaaftu?

bakkaafuu go.
GAO

bargaanfatanii deemuu; Mudaammuddiitu si dhiita'ee kan bakkaaftu?

bakkalcha ma.
GAO

urjii ganama gara ba'a biiftuutti muldhattu; "Haati ballaadhaan bakkalchakoo, naafaan sirriiqaa koo...

bakkalcha ma.
GAO

urjii ganama gara ba'a biiftuutti muldhattu; "Haati ballaadhaan bakkalchakoo, naafaan sirriiqaa ko...

bakkee
GAO

"bakka" ilaalaa.

bakkifachiisuu go.
GAO

akka ofii jedhee bakkisu gochuu.

bakkifachiisuu go.
GAO

akka ofii jedhee bakkisu gochuu.

Sponsors