Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baddanaa ma.
GAO

gosa mukaa.

baddanaa ma.
GAO

gosa mukaa.

Baddeessaa 1 ma.
GAO

1. mukaa ijji isaa bakka tokko tokkotti nyaatamu.

Baddeessaa 1 ma.
GAO

1. mukaa ijji isaa bakka tokko tokkotti nyaatamu.

Baddeessaa 2 ma.
GAO

magaalaa Godina Harargee Lixaa keessatti argamu

Baddeessaa 2 ma.
GAO

magaalaa Godina Harargee Lixaa keessatti argamu

badduu baasuu go.
GAO

ittuu balleessuu, raawwachiisuu; Duraanuu injirtuu ittuu badduu baase; Duraanuu sarageedhaawarra irr...

badduu baasuu go.
GAO

ittuu balleessuu, raawwachiisuu; Duraanuu injirtuu ittuu badduu baase; Duraanuu sarageedhaawarra ir...

badhaadha ma.
GAO

horii yookiin addunyaa baay'ee argacha.

badhaadha ma.
GAO

horii yookiin addunyaa baay'ee argacha.

badhaadhuu go.
GAO

bultii o'aa argachuu, sooromuu.

badhaadhuu go.
GAO

bultii o'aa argachuu, sooromuu.

badhaafamuu go.
GAO

badhaasa argachuu.

badhaafamuu go.
GAO

badhaasa argachuu.

badhaasa ma.
GAO

1.kenna deebisa hinqabne, kenna tolaa. 2. baay'inaan kenna. 3. kenna yeroo namni tokko waan tolaa, ...

badhaasa ma.
GAO

1.kenna deebisa hinqabne, kenna tolaa. 2. baay'inaan kenna. 3. kenna yeroo namni tokko waan tolaa, d...

badhaasuu go.
GAO

1.tola kennuu. 2. baay'isanii kennuu. 3. kenna badhaasaaf kennuu.

badhaasuu go.
GAO

1.tola kennuu. 2. baay'isanii kennuu. 3. kenna badhaasaaf kennuu.

badhee ma.
GAO

lafa baldhaa qeyee irraa fagaatu, urufa; Hojii mana· keessaa baqatteeti badhee ooltee?

badhee ma.
GAO

lafa baldhaa qeyee irraa fagaatu, urufa; Hojii mana· keessaa baqatteeti badhee ooltee?

Sponsors