Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bada 2 ma.
GAO

1. bakkee duraan jiranii deemanii igiritti (iddoo -biraatti)dhokannaa. 2 dhokatanii biyya gadi lakk...

badaa 1 ad.
GAO

gaarii kan inta' in, kan tolaa hinhojjenne, hamaa; Dafqa (horii) nama biraa nyaachuun badaadha.

badaa 1 ad.
GAO

gaarii kan inta' in, kan tolaa hinhojjenne, hamaa; Dafqa (horii) nama biraa nyaachuun badaadha.

badaa 2 da.go.
GAO

1.  kan ammi isaa baay'ee ta'e; Nama badaa yaamtee bakkee teessumaa baay'istee qopheeffattee?2. ba...

badaa 2 da.go.
GAO

1.  kan ammi isaa baay'ee ta'e; Nama badaa yaamtee bakkee teessumaa baay'istee qopheeffattee?2. b...

badaa 3 ma.
GAO

lafa qotamee hinbeekne, bajjii; Qotilee gurguddoomaleemirgooleen badaa hinqottu.

badaa 3 ma.
GAO

lafa qotamee hinbeekne, bajjii; Qotilee gurguddoomaleemirgooleen badaa hinqottu.

badaa baasuu go.
GAO

lafa qotamee hinbeekne kan bajjii ta'ee ture qotuu; "Lafan ani badaa baase facaafachuuf qophaayee na...

badaa baasuu go.
GAO

lafa qotamee hinbeekne kan bajjii ta'ee ture qotuu; "Lafan ani badaa baase facaafachuuf qophaayee n...

badaa ma.
GAO

biqiltuu daraarri keelloo, kan birraa daraan

badaa4 ma.
GAO

bakkee ibiddi itti boba'u; Badaa nama jalaa qorruu nama haa'oolch .

badaa4 ma.
GAO

bakkee ibiddi itti boba'u; Badaa nama jalaa qorruu nama haa'oolch .

badada ma.
GAO

1. yaala kenna. 2 . amma itti wayyaawutti eega, ijibbaacha. 3. fedha, barbaacha , jaalacha; "Ani ba...

badada ma.
GAO

1. yaala kenna. 2 . amma itti wayyaawutti eega, ijibbaacha. 3. fedha, barbaacha , jaalacha; "Ani b...

badadachiisuu go.
GAO

akka badadu gochuu.

badadachiisuu go.
GAO

akka badadu gochuu.

badadachuu go.
GAO

amma itti wayyaawutti yaallachuu.

badadachuu go.
GAO

amma itti wayyaawutti yaallachuu.

badadamaa ad.
GAO

1. kan yaalli kennamuuf. 2. barbaadamaa, jaallatamaa, fedhamaa.

badadamaa ad.
GAO

1. kan yaalli kennamuuf. 2. barbaadamaa, jaallatamaa, fedhamaa.

Sponsors