Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baay'achuu go.
GAO

lakkoofsaan guddaa ta'uu, gar-malee ta'uu, baay'ee ta'uu.

baay'achuu go.
GAO

lakkoofsaan guddaa ta'uu, gar-malee ta'uu, baay'ee ta'uu.

baay'ee ad.
GAO

1. kan lakkoofsa guddaa, hedduu; Nama baay'eewaamtee f hin'iyyoomsin maqaan koo haaguddatu jettee.2....

baay'ee ad.
GAO

1. kan lakkoofsa guddaa, hedduu; Nama baay'eewaamtee f hin'iyyoomsin maqaan koo haaguddatu jettee.2...

baay'ifachuu go.
GAO

baay'ee taasifachuu, guddifachuu.

baay'ifachuu go.
GAO

baay'ee taasifachuu, guddifachuu.

baay'ina a.
GAO

hedduu ta'iisa, lakkoofsaan guddina.

baay'ina a.
GAO

hedduu ta'iisa, lakkoofsaan guddina.

baay'isuu go.
GAO

baay'ee yookiin hedduu taasisuu.

baay'isuu go.
GAO

baay'ee yookiin hedduu taasisuu.

baazeqaa ma.
GAO

meeshaa sirbaa.

baazeqaa ma.
GAO

meeshaa sirbaa.

baazuqaa ma.
GAO

meeshaa waraanaa.

baazuqaa ma.
GAO

meeshaa waraanaa.

babarii ma.
GAO

meeshaa lafa ataakiltiin qotan, kan biyyee ataakiltii ittiin garagalchan, cakii.

babarii ma.
GAO

meeshaa lafa ataakiltiin qotan, kan biyyee ataakiltii ittiin garagalchan, cakii.

babattee ma.
GAO

muka fiixee hordaatti maarashaa wajjin qonyeedhaan gindiitti bitaa mirgaan kaawwamee ittiin qotan.

babattee ma.
GAO

muka fiixee hordaatti maarashaa wajjin qonyeedhaan gindiitti bitaa mirgaan kaawwamee ittiin qotan.

babbaqa ma.
GAO

boqqolloo yookii mishingaa margee jilba gaye akka lafti itti toluuf qotileen qota.

babbaqa ma.
GAO

boqqolloo yookii mishingaa margee jilba gaye akka lafti itti toluuf qotileen qota.

Sponsors