Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baasuu 1 go.
GAO

keessaa gara alaatti yaasuu, fuudhuu; Manaa baasuu, biyyaa baasuu.

baasuu 1 go.
GAO

keessaa gara alaatti yaasuu, fuudhuu; Manaa baasuu, biyyaa baasuu.

baasuu 2 go.
GAO

idaa kaffaluu, horii kennuu.

baasuu 2 go.
GAO

idaa kaffaluu, horii kennuu.

baataa ma.
GAO

farda fe'iisaa, maxxaanaa.

baataa ma.
GAO

farda fe'iisaa, maxxaanaa.

baatamuu go.
GAO

namaan yookiin waan biraatiin ol fuudhamanii irra taa'uu; Mucaan baatamuubarbaaddi.

baatamuu go.
GAO

namaan yookiin waan biraatiin ol fuudhamanii irra taa'uu; Mucaan baatamuubarbaaddi.

baatii ma.
GAO

waan akka biiftuu kan alkan waaqa keessaa iftu, ji'a, addeessa.

baatii ma.
GAO

waan akka biiftuu kan alkan waaqa keessaa iftu, ji'a, addeessa.

baattoo ma.
GAO

kan gogaa irraa tolfamee mi'a irra dhaaban.

baattoo ma.
GAO

kan gogaa irraa tolfamee mi'a irra dhaaban.

baattuu ad.
GAO

kan baattee yookiin fe'amtee deemtu.

baattuu ad.
GAO

kan baattee yookiin fe'amtee deemtu.

baatuu ad.
GAO

1. kan dura aanu. 2.kan jalaa baye, kan hamaa irraa hafe, kan tolee fiixaan baye. 4. magartuu, gudda...

baatuu ad.
GAO

1. kan dura aanu. 2.kan jalaa baye, kan hamaa irraa hafe, kan tolee fiixaan baye. 4. magartuu, gudd...

baatuu baasuu go.
GAO

waan duraan hipjirre hojjechuu; Kan duraan aadaa keessa hinjirre anibaatuu baasuu hinbarbaadu.

baatuu baasuu go.
GAO

waan duraan hipjirre hojjechuu; Kan duraan aadaa keessa hinjirre anibaatuu baasuu hinbarbaadu.

baaxii ma.
GAO

irra keessa manaa, kan gadi qadaadu.

baaxii ma.
GAO

irra keessa manaa, kan gadi qadaadu.

Sponsors