1. nama biraa otoo hinta'in si mataa kee; Orma erguu dhiisii atuu dhaqi. 2. "otuu" ilaalaa.
"labsii" ilaalaa.
nama amantiin isaa Kiristaana yookiin Islaamaa hinta' in.
yaa'ii nama waa balleesse baasuuf ba'an.
"birdilibsii" ilaalaa.
Konkolaataa guddaa kan karaa dheeraaf nama fe'u.
1. maqaa waraabessaa kan ijoollee ittiin doorsisan. 2. iyya waraabessaa.
"owwaachuu" ilaalaa.
"awwaal diigessa" ilaalaa.
bineensa awwaala diigu.
1.bakka itti awwaalaman argachuu. 2. namni hedduun bayee nama awwaaluu.
awwaala irratti yookiin gataa irratti argamuu.