Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
ateetee naqachuu go.
GAO

"ateetee bulfachuu" ilaalaa.

ateetee naqachuu go.
GAO

"ateetee bulfachuu" ilaalaa.

ati ma.dha.
GAO

sagalee yoo nama waamuu hedan bakka maqaa buusanii ittiin waaman; Ani hafu ati koottu.

ati ma.dha.
GAO

sagalee yoo nama waamuu hedan bakka maqaa buusanii ittiin waaman; Ani hafu ati koottu.

atleetika ma.
GAO

tapha kan akka fiigichaa, utaalchaa, w.k.f. ittiin waamaman.

atleetika ma.
GAO

tapha kan akka fiigichaa, utaalchaa, w.k.f. ittiin waamaman.

atoomsa ma.
GAO

walii galcha, araarsa.

atoomsa ma.
GAO

walii galcha, araarsa.

atoomsaa ad.
GAO

Kan nama waldhabe walitti araarsu, araarsaa.

atoomsaa ad.
GAO

Kan nama waldhabe walitti araarsu, araarsaa.

atoomsituu ad.
GAO

nama nama wal dhabe walitti araarsu, araarsituu.

atoomsituu ad.
GAO

nama nama wal dhabe walitti araarsu, araarsituu.

atoomsuu go.
GAO

walitti 'araarsuu.

atoomsuu go.
GAO

walitti 'araarsuu.

atoomuu go.
GAO

walii galuu, walta'uu.

atoomuu go.
GAO

walii galuu, walta'uu.

attam da.go.
GAO

1. sagalee nageenya ittiin gaafatan; Attam jirtan, attam bultan.

attam da.go.
GAO

1. sagalee nageenya ittiin gaafatan; Attam jirtan, attam bultan.

attamitti da.go
GAO

sagalee akkaataa wanti tokko ta'e ittiin gaafatan; Attamitti dhufte?

attamitti da.go
GAO

sagalee akkaataa wanti tokko ta'e ittiin gaafatan; Attamitti dhufte?

Sponsors