Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
asaasoo
GAO

"hasaasoo" ilaalaa.

asaasuu go.
GAO

"hasaasuu" ilaalaa. 2. qaqallisee roobuu.

asaasuu go.
GAO

"hasaasuu" ilaalaa. 2. qaqallisee roobuu.

asalo ad.
GAO

kan hinci'mne, lataa, kichuu.

asalo ad.
GAO

kan hinci'mne, lataa, kichuu.

aseena
GAO

"seena" ilaalaa.

aseennaa ma.
GAO

heeruma yeroo baay'ee karaa namaa walii galanii, utuu warri hin beekin wal fuudhan.

aseennaa ma.
GAO

heeruma yeroo baay'ee karaa namaa walii galanii, utuu warri hin beekin wal fuudhan.

aseeta
GAO

"asheeta" ilaalaa.

ashaabala ad.
GAO

bareeda keessattuu kan dhaabbanni tole, asaabala.

ashaabala ad.
GAO

bareeda keessattuu kan dhaabbanni tole, asaabala.

ashaakiltii
GAO

"ataakiltii" ilaalaa.

ashaaraa ma.
GAO

sararaa fiixee quba harkaafi miillaa irratti argamu yookiin wiirtuu rifeensa mataa.

ashaaraa ma.
GAO

sararaa fiixee quba harkaafi miillaa irratti argamu yookiin wiirtuu rifeensa mataa.

ashaaroo ma.
GAO

midhaan farsoof akaawwame.

ashaaroo ma.
GAO

midhaan farsoof akaawwame.

ashada
GAO

"asheeta" ilaalaa.

ashaduu
GAO

"asheetuu" ilaalaa.

asham ma.
GAO

1.akkam bultee, ooltee. 2.nooraa, ol seenaa. 3. jabaadhu.

asham ma.
GAO

1.akkam bultee, ooltee. 2.nooraa, ol seenaa. 3. jabaadhu.

Sponsors