gosa Oromoo kan Kibba baha Oromiyaa keessa jiraatu.
bakkee sanii achi.
"hartuu 1,2," ilaalaa.
qaaraa yookiin corqaa xixinnoo kan nama gubdu.
maqaa dhiirri gaafa fuudhu ittiin yaamamu, misirroo, mushurraa.
maqaa durbi gaafa heerumtu ittiin waamamtu, misirroo, mushurraa.
bakkee kana, iddoo kana.
biqiltuu daraaraan xururnbaa fakkaatu kan yoo xuuxan nama macheessu, kan fireen abasuuda gurraacha f...
biqiltuu daraaraan xururnbaa fakkaatu kan yoo xuuxan nama macheessu, kan fireen abasuuda gurraacha ...
kan asaangira fakkaatu.
1. "hasaasa" ilaalaa. 2. odoo hinmuddin odeessa. 3. qaqallisee rooba, qececa.
maqaa magaalaa godina Arsii kessatti argamtu.