Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
abbaa lamii ma.
GAO

ijoollee wasiilota lamaanii.

abbaa lubaa
GAO

"luba"  ilaalaa

abbaa lubaa
GAO

"luba"  ilaalaa

abbaa ma
GAO

1. Nama nama dhalche Namni haadhaafi abbaa malee hindhalatu. 2. Sagalee wan tokko kan eenyuu akka ta...

abbaa ma
GAO

1. Nama nama dhalche Namni haadhaafi abbaa malee hindhalatu. 2. Sagalee wan tokko kan eenyuu akka t...

abbaa manaa ma.
GAO

nama niitiifi ijoollee ofii bulchu yookiin jiraachisu, dhirsa.

abbaa manaa ma.
GAO

nama niitiifi ijoollee ofii bulchu yookiin jiraachisu, dhirsa.

abbaa muudaa ma.
GAO

Seera gadaatti nama namoota taayitaaf filu.

abbaa muudaa ma.
GAO

Seera gadaatti nama namoota taayitaaf filu.

abbaa qawwee ma.
GAO

yeroo darbe keessa taayitaa nama aanaa bulchuuf kennamu.

abbaa qawwee ma.
GAO

yeroo darbe keessa taayitaa nama aanaa bulchuuf kennamu.

abbaa qorichaa ma.
GAO

nama qoricha beeku.

abbaa qorichaa ma.
GAO

nama qoricha beeku.

abbaa sangaa ma.
GAO

dhibee horii gaafaa.

abbaa sangaa ma.
GAO

dhibee horii gaafaa.

abbaa xoofoo ma.
GAO

nama xuwwaa fudhatu yookiin baasu.

abbaa xoofoo ma.
GAO

nama xuwwaa fudhatu yookiin baasu.

Abbaayaa ma.
GAO

ma'aa haraa yookiin haroo.

Abbaayaa ma.
GAO

ma'aa haraa yookiin haroo.

abbaayyee
GAO

"habaayyoo" ilaalaa.

Sponsors