humna dhabeessa.
humna qabeessa.
humna yookiin jabeenya.
ofii kiyya; Na dhagawuu dide malee ani itti himeera.
danda'iisa yookiin namatti toliisa; Anjaa yoo qabaatte koottuu naa gaafadhu.
danda'uu, namatti toluu.
karaa qabachiisuu, tolchuu.
"hankaassee" ilaalaa.
"hankaaksuu" ilaalaa
"hankaakuu" ilaalaa.
"dhulaandhula" ilaalaa.
ji'a kurnaffaa yookiin ji'a Fulbaanaafi Sadaasa gidduu olu, Onkoloolessa.
"hanqaaquu" ilaalaa.