Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
abasuuda ma.
GAO

gosa qimamii ijji (fireen) isaa adii yookiin gurraachaa.

abbaa alangaa (ma)
GAO

kutaa seera keessatti kan kabajama seera to'atu.

abbaa alangaa (ma)
GAO

kutaa seera keessatti kan kabajama seera to'atu.

abbaa cidhaa (ma)
GAO

cidha baasu, nama sirna qabu.

abbaa cidhaa (ma)
GAO

cidha baasu, nama sirna qabu.

abbaa fe'e ma
GAO

nama ta'e; Abbaa fe 'een waan fe'e haa jedhu.....

abbaa fe'e ma
GAO

nama ta'e; Abbaa fe 'een waan fe'e haa jedhu.....

abbaa firdii ma.
GAO

nama wayitaa lolaa mirga argate, kan irraa aane.

abbaa firdii ma.
GAO

nama wayitaa lolaa mirga argate, kan irraa aane.

abbaa gadaa
GAO

"luba" ilaalaa.

abbaa gadaa
GAO

"luba" ilaalaa.

abbaa guutuu ma.
GAO

abbaa seera yookiin cidhaa.

abbaa guutuu ma.
GAO

abbaa seera yookiin cidhaa.

abbaa handhuuraa ma.
GAO

nama horiin yookiin maallaqni kan isaa ta'e.

abbaa handhuuraa ma.
GAO

nama horiin yookiin maallaqni kan isaa ta'e.

abbaa harmaa ma.
GAO

nama sooressa yookiin humna qabeessa, kan rakkataan yoo harma hodhe akka abbaatti ilaalu.

abbaa harmaa ma.
GAO

nama sooressa yookiin humna qabeessa, kan rakkataan yoo harma hodhe akka abbaatti ilaalu.

abbaa lagaa ma.
GAO

nama iddirii (afoosha) du'aa walitti qabu yookiin bulchu.

abbaa lagaa ma.
GAO

nama iddirii (afoosha) du'aa walitti qabu yookiin bulchu.

abbaa lamii ma.
GAO

ijoollee wasiilota lamaanii.

Sponsors