Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
anfaara ma.
GAO

"adaadoo" ilaalaa. 2. damee muka qaqallaa gogee.

anfaarroo ma.
GAO

gama leencaa yookiin rifeensa daljeessaa kan seera Gadaa keessatti foolleen mataatti keewwatu, catee...

anfaarroo ma.
GAO

gama leencaa yookiin rifeensa daljeessaa kan seera Gadaa keessatti foolleen mataatti keewwatu, cate...

anfariira ma.
GAO

qalbiin nama tuqama.

anfariira ma.
GAO

qalbiin nama tuqama.

anfariiraa ad.
GAO

kan qalbiin tuqame.

anfariiraa ad.
GAO

kan qalbiin tuqame.

anfariiruu go.
GAO

maraatuu ta'uu, qalbiin nama tuqamuu.

anfariiruu go.
GAO

maraatuu ta'uu, qalbiin nama tuqamuu.

anga
GAO

"hamma" ilaalaa.

anga'a ma.
GAO

ifa bakakkaa, calaqqisa Waaqaa.

anga'a ma.
GAO

ifa bakakkaa, calaqqisa Waaqaa.

anga'aa ad.
GAO

kan calaqqisu yookiin ifa kennu.

anga'aa ad.
GAO

kan calaqqisu yookiin ifa kennu.

anga'uu
GAO

"hanga'uu" ilaalaa.

anga'uu
GAO

"hanga'uu" ilaalaa.

angaasuu
GAO

"hangaasuu" ilaalaa.

angafa
GAO

"hangafa" ilaalaa.

angafummaa
GAO

"hangafummaa" ilaalaa.

ango dhabeessa ad.
GAO

humna dhabeessa.

Sponsors