Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
amoolee ma.
GAO

ashaboo akka dhagaa walitti qabatu, soogidda.

ampoolii ma.
GAO

meeshaa korreentiin keessaan ifu.

ampoolii ma.
GAO

meeshaa korreentiin keessaan ifu.

amuu
GAO

"kaasuu-2" ilaalaa.

amuummataa ad.
GAO

1 kan araadee, beela'ee yookiin dadhabee afaan banee afuura dheeraa baafatu. 2. kan waan hundaaf mu...

amuummataa ad.
GAO

1 kan araadee, beela'ee yookiin dadhabee afaan banee afuura dheeraa baafatu. 2. kan waan hundaaf mud...

amuummattuu ad.
GAO

1. dubartii araaddee, beeloftee yookiin dadhabdee afaan bantee afuura dheeraa baafattu. 2. kan hoji...

amuummattuu ad.
GAO

1. dubartii araaddee, beeloftee yookiin dadhabdee afaan bantee afuura dheeraa baafattu. 2. kan hojii...

amuummii
GAO

"hamuummii ilaalaa.

amuununachuu
GAO

"hamuummachuu" ilaalaa.

ana ma. dha.
GAO

Sagalee bakka maqaa ofii galu; Kan kana hojjete isa miti ana.

ana ma. dha.
GAO

Sagalee bakka maqaa ofii galu; Kan kana hojjete isa miti ana.

anaaxii
GAO

"hanaaxii" ilaalaa.

ancabbii
GAO

"hancabbii" ilaalaa.

ancaqee
GAO

"hancaqee" ilaalaa.

anciroo ma.
GAO

gosa mishingaa kan ijji(fireen) shifii.

anciroo ma.
GAO

gosa mishingaa kan ijji(fireen) shifii.

ancootee ma.
GAO

hidda buusaa loomii fakkaatu, kan lafa (biyyoo) keessatti horu, kan affeelamee nyaatamu.

ancootee ma.
GAO

hidda buusaa loomii fakkaatu, kan lafa (biyyoo) keessatti horu, kan affeelamee nyaatamu.

ancufa
GAO

"hancufa" ilaalaa.

Sponsors