Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
ameebaa ma.
GAO

uumama ijatti hinmul'anne, kan bishaan keessa yookiin garaa namaa keessatti argamu.

ameessa ma.
GAO

1. sa'a aannanii kan elmamtu, dhaltii. 2. sa'a ormaa kan aannan elmachuuf namaa tiksan,dabarsaa.

ameeyisa
GAO

"ameessa" ilaalaa.

amii
GAO

"hamii" ilaalaa.

amiin ma.
GAO

sagalee yoo eebba fudhatan yookiin haata'u jedhan dhageessisan.

amjalloo ma.
GAO

jallina mormaa kan rafiitii baduun yookiin hirriba keessa haqanqaalamuun namatti fidu.

amma da.go.
GAO

Yeroo keessa jiran, kan hin darbin yookiin fuuldura kan hinta' in, reefu.

amma kana da.go.
GAO

odoo hinturin reefu; Amma kana hojii dhufeebayyanachuu barbaadaa?

ammaa anuna da.go.
GAO

yeroo xiqqoo keessatti deddeebii; Hojiihinqabduu kan ammaa amma as kaattu?

ammaarressa 1 ma.
GAO

maqaa mukaa.

ammaarressa 1 ma.
GAO

maqaa mukaa.

Ammaarressa 2 ma.
GAO

magaalaa Godina Harargee Bahaa keessatti argamtu.

Sponsors