1. ilkaan ilkaan irratti margu. 2. waan nama rakkisu.
amaara taasisuu.
haadha niitii yookiin haadha dhirsaa.
"hamachiisuu" ilaalaa.
"hamachuu" ilalaa
1. qorra ganama ganama akka daaraa yookiin qorra ganama bu'u. 2. waagii midhaan oolchu yookiin gumaa...
1. qorra ganama ganama akka daaraa yookiin qorra ganama bu'u. 2. waagii midhaan oolchu yookiin guma...
nama namaaf hintolle, kan hamaa namatti yaadu, diina.
diina ta'iisa.
ji'a Muddeetti aanu.
"mufachuu" ilaalaa.
amala gaarii hinta'in godhachuu.
1. gara dhipheetti. 2. kan amala gaarii hinqabne.