Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
abaargituu (ad)
GAO

nama waan booda dhufu arguu yookiin himuu danda'u, nama waan ta'e duraan dursee itti mul'atu, raagd...

abaargituu (ad)
GAO

nama waan booda dhufu arguu yookiin himuu danda'u, nama waan ta'e duraan dursee itti mul'atu, raagdu...

abaarsa (ma)
GAO

hammeenya namatti waamicha, hammeenya namaaf hawwa.

abaarsa (ma)
GAO

hammeenya namatti waamicha, hammeenya namaaf hawwa.

abaarsifachuu (go)
GAO

akka namaa abaaran yookiin abaarugochuu

abaarsifachuu (go)
GAO

akka namaa abaaran yookiin abaarugochuu

abaaruu (go)
GAO

1. hamaa itti yaamuu, namaaf hamaa hawwuu. 2. "harrabsa"ilaalaa

abaaruu (go)
GAO

1. hamaa itti yaamuu, namaaf hamaa hawwuu. 2. "harrabsa"ilaalaa

abaashii
GAO

"habashii" ilaalaa.

abaayoo
GAO

"habaayyoo" ilaalaa.

ababuu
GAO

"habaabuu" ilaalaa.

abadan
GAO

"siruma" ilaalaa

abalee
GAO

"halbee" ilaalaa

abalu (ma)
GAO

sagalee yoomaqaan namaa nama jalaa bade yookiin yoo maqaa dhawuu jibban ittiin nama waama.

abalu (ma)
GAO

sagalee yoomaqaan namaa nama jalaa bade yookiin yoo maqaa dhawuu jibban ittiin nama waama.

abarjulaa 
GAO

"aburdaallaa" ilaalaa.

Abashaa
GAO

"Habashaa" ilaalaa

abasuuda ma.
GAO

gosa qimamii ijji (fireen) isaa adii yookiin gurraachaa.

Sponsors