1. akka alba'u goosisuu. 2. harka duubaatiin reebsisuu.
1. dhibeen yookiin qorichi garaa nama kaasuu. 2. akka alba'u gochuu.
1. udaan bulbulamee garaa bawuu; Ammeebaan nama albaasa. 2. gar malee sodaattuu.
1. nama albaatii alba'u. 2. sodaattuu.
"halbee" ilaalaa.
jifaara miillaa kan dubartiin koomeetti keewwattu.
qabeenya lafa keessaa (warqii, sibiila,... ) .
ji'a bokkeenyi baay'isee roobu, ganna wadhakkaa.
akka alaawu gochuu.
yeroo namatti yookiin horiitti jabeenyi guutummaan itti dhagahamu.
halkan darbe, 'eda.