"alaanfachiisuu" ilaalaa.
"alaanfachuu" ilaalaa.
"halaltuu" ilaalaa.
qaccee gabaabduu gogaa irraa yookiin fooyaa irraa hojjetamtu.
"alangaa" ilaalaa.
albaatii garaa keessaa baasa.
albaatiin garaa bawuu.
kan nyaattee hinquufne.
dubartii nyaattee hinquufne.
albaadhessa ta'iisa.
akka alba'u gocha.
1. akka alba'u goosisa. 2. harka duubaatiin reebsisa.