"halalaa" ilaalaa.
dhiirri nadheen adda addaa bira dhaqiisa, yookiin nadheen dhiira adda addaa bira dhaquu baa'isa.
"halalchiisuu" ilaalaa.
dhiirri nadheen adda addaa bira yookiin nadheen dhiira adda addaa bira dhaquu.
"halalee" ilaalaa.
"halaltuu" ilaalaa.
"halalummaa" ilaala.
"halaluu" ilaalaa.
"addunyaa" ilaalaa.
yeroo ammaa, bara keesa jiran.
ala kana; ol gali alana hintaa'in.
"alaanfacha" ilaalaa.
"alaanfachiisa" ilaalaa.