Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
alaaktuu ad.
GAO

kan akka harreetti iyyitu.

alaakuu go.
GAO

harreen iyyuu. 2. akka harreetti iyyuu.

alaakuu go.
GAO

harreen iyyuu. 2. akka harreetti iyyuu.

alaala
GAO

"halaala" ilaalaa .

alaalii
GAO

"halaala" ilaalaa.

alaamaa ma.
GAO

mallattoo ilaalanii qawwee dhukaasan.

alaamaa ma.
GAO

mallattoo ilaalanii qawwee dhukaasan.

alaanfacha ma.
GAO

afaan keessa naannessanii nyaacha.

alaanfacha ma.
GAO

afaan keessa naannessanii nyaacha.

alaanfachiisa ma.
GAO

akka alaanfatu gocha.

alaanfachiisa ma.
GAO

akka alaanfatu gocha.

alaanfachiisuu go.
GAO

akka alaanfatu gochuu.

alaanfachiisuu go.
GAO

akka alaanfatu gochuu.

alaanfachuu go.
GAO

1 .afaan keessa naannessanii ilkaaniin daakuu. 2. dubbii yookiin yaada irra deddeebi'anii ilaaluu.

alaanfachuu go.
GAO

1 .afaan keessa naannessanii ilkaaniin daakuu. 2. dubbii yookiin yaada irra deddeebi'anii ilaaluu.

alaanfatoo
GAO

"halaltuu" ilaalaa.

alaawa ma.
GAO

foolii bada.

alaawa ma.
GAO

foolii bada.

alaawaa ad.
GAO

1. kan fooliin bade. 2. foon bubbulee ajaaye.

alaawaa ad.
GAO

1. kan fooliin bade. 2. foon bubbulee ajaaye.

Sponsors