Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
akkas da.go.
GAO

akka san.

akkas da.go.
GAO

akka san.

akkawoo
GAO

"akka'oo" ilaalaa.

akkawoo buufachuu go.
GAO

waan ta'e bitanii deebisanii gurguranii bu'aa baay'ee keessaa argachu.

akkawoo buufachuu go.
GAO

waan ta'e bitanii deebisanii gurguranii bu'aa baay'ee keessaa argachu.

akkeecha
GAO

"akkeessa" ilaalaa.

akkeechaa
GAO

"akkeessaa" ilaalaa.

akkeechituu
GAO

"akkeessituu" ilaalaa.

akkeechuu
GAO

"akkeessuu" ilaalaa.

akkeessa ma.
GAO

nama aarsuudhaaf waan inni jedhe jecha yookiin waan inni godhe gocha.

akkeessa ma.
GAO

nama aarsuudhaaf waan inni jedhe jecha yookiin waan inni godhe gocha.

akkeessaa ma. ad.
GAO

1.kan nama akkeessu. 2.  "akkeessa" ilaalaa.

akkeessaa ma. ad.
GAO

1.kan nama akkeessu. 2.  "akkeessa" ilaalaa.

akkeessituu ad.
GAO

nama akkeessuu guddisu.

akkeessituu ad.
GAO

nama akkeessuu guddisu.

akkeessuu go.
GAO

nama aarsuudhaaf waan inni jedhe jechuu yookiin waan inni godhe gochuu.

akkeessuu go.
GAO

nama aarsuudhaaf waan inni jedhe jechuu yookiin waan inni godhe gochuu.

akkeettii
GAO

"akeeka" ilaalaa.

akkifachuu
GAO

"hakkifachuu" ilaalaa.

akkii
GAO

"hakkii" ilaalaa.

Sponsors