Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
akaafaa 1 ma.
GAO

sibiila haphii golboo muka itti kaayanii biyyeen haran.

akaafaa 2 ma.
GAO

sibiila haphii bal'aa gurratti muka kaayanii ittiin lafa qotan.

akaafaa 2 ma.
GAO

sibiila haphii bal'aa gurratti muka kaayanii ittiin lafa qotan.

akaafamuu go.
GAO

lafti akaafaadhaan qotamuu.

akaafamuu go.
GAO

lafti akaafaadhaan qotamuu.

akaafsisuu go.
GAO

akaafaadhaan akka lafa qotu gochuu.

akaafsisuu go.
GAO

akaafaadhaan akka lafa qotu gochuu.

akaafuu go.
GAO

akaafaadhaan lafa qotuu.

akaafuu go.
GAO

akaafaadhaan lafa qotuu.

akaakayyuu ma.
GAO

abbaa haadhaa yookiin abbaa abbaa.

akaakayyuu ma.
GAO

abbaa haadhaa yookiin abbaa abbaa.

akaakilee ma.
GAO

ilma abaabilee.

akaakilee ma.
GAO

ilma abaabilee.

akaakuu
GAO

"akaakayyuu"  ilaalaa.

akaawachuu go.
GAO

akaayii qopheeffachuu.

akaawachuu go.
GAO

akaayii qopheeffachuu.

akaawamaa ad.
GAO

midhaan akaayii.

akaawamaa ad.
GAO

midhaan akaayii.

akaawii ma.
GAO

midhaan dheedhii akka boqqolloo, garbuu,atarii eelee irratti abiddaan bilchaate, akaayii.

akaawii ma.
GAO

midhaan dheedhii akka boqqolloo, garbuu,atarii eelee irratti abiddaan bilchaate, akaayii.

Sponsors