Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
aguraa ma.
GAO

muka karra horii ittiin danqaran.

agursiisuu go.
GAO

akkaaguru gochuu.

agursiisuu go.
GAO

akkaaguru gochuu.

aguruu go.
GAO

mukaan karra horii danqaruu.

aguruu go.
GAO

mukaan karra horii danqaruu.

aguuggachiisuu
GAO

"haguuggachiisuu" ilaalaa.

aguuggachuu
GAO

"haguuggachuu" ilaalaa.

aguuggamaa
GAO

"haguuggamaa" ilaalaa.

aguuggii
GAO

"haguuggii" ilaalaa.

ahaa ma.
GAO

sagalee yeroo haasa'an keessa dhageettii yookiin jalaa qabeenya ittiin beeksisan. Ahaa! isatu akkana...

ahaa ma.
GAO

sagalee yeroo haasa'an keessa dhageettii yookiin jalaa qabeenya ittiin beeksisan. Ahaa! isatu akkan...

ahaadii ma.
GAO

waan ta'e namaa godhuuf waadaa galuu kan agarsiisu.

ahaadii ma.
GAO

waan ta'e namaa godhuuf waadaa galuu kan agarsiisu.

ahi ahi. . . ma
GAO

Sagalee aaduu yookiin gaabbii ibsu.

ahi ahi. . . ma
GAO

Sagalee aaduu yookiin gaabbii ibsu.

ajaa ma.
GAO

foolii nama hingammachiisne, xiraa.

ajaa ma.
GAO

foolii nama hingammachiisne, xiraa.

ajaa' iba
GAO

"ajab" ilaalaa.

ajaa' iba
GAO

"ajab" ilaalaa.

ajaa'aa ad.
GAO

kan fooliin ajaawaa, xiraa' aa.

Sponsors