Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
afuura 1
GAO

"hafuura" ilaalaa.

afuura 2 ma.
GAO

du'a gayii yookiin booyicha.

afuura 2 ma.
GAO

du'a gayii yookiin booyicha.

afuura baafachuu
GAO

"hafuura baafachuu" ilaalaa.

afuura baafachuu
GAO

"hafuura baafachuu" ilaalaa.

afuura geeddarbu
GAO

"hafuura" geeddaruu" ilaalaa.

afuura geeddarbu
GAO

"hafuura" geeddaruu" ilaalaa.

afuura kutuu
GAO

"hafuura kutuu" ilaalaa.

afuura kutuu
GAO

"hafuura kutuu" ilaalaa.

afuura qabaachuu
GAO

"hafuura qabaachuu" ilaalaa.

afuura qabaachuu
GAO

"hafuura qabaachuu" ilaalaa.

afuursuu
GAO

"hafuursuu" ilaalaa.

afuuruu
GAO

"hafuuruu" ilaalaa.

aga
GAO

"haga" ilaalaa.

agaabaluu
GAO

"agaalabuu" ilaalaa.

agaajima ad.
GAO

waan nafa guddatu; Dubartii agaajima tokko fuudhe.

agaajima ad.
GAO

waan nafa guddatu; Dubartii agaajima tokko fuudhe.

agaalabuu go.
GAO

midhaan dheedhii  eelee o'a qabdu irra ari'uu, oofuu, ammasuu.

agaalabuu go.
GAO

midhaan dheedhii  eelee o'a qabdu irra ari'uu, oofuu, ammasuu.

agabaattee ma.
GAO

firooma nadheen obboleewwanitti heeruman itti walii oolan.

Sponsors