Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
afurtama 2 ma.
GAO

nama du'e yaadachuuf yookiin isaaf kadhachuuf guyyaa afurtama keessatti waan akka dhugaatii qopheess...

afurtama 2 ma.
GAO

nama du'e yaadachuuf yookiin isaaf kadhachuuf guyyaa afurtama keessatti waan akka dhugaatii qophees...

afuu go.
GAO

1. marga irra taa'uuf yookiin irra rafuuf lafa irra firfirsuu. 2. waan irra rafan diriirsanii qophee...

afuu go.
GAO

1. marga irra taa'uuf yookiin irra rafuuf lafa irra firfirsuu. 2. waan irra rafan diriirsanii qophe...

afuufa ma.
GAO

1. afaaniin qilleensa itti afarsa. 2.qilleensa waan ta'etti guuta.

afuufa ma.
GAO

1. afaaniin qilleensa itti afarsa. 2.qilleensa waan ta'etti guuta.

afuufamaa ad.
GAO

1.kan qilleensi itti afarfame. 2. kan qilleensaan guutame.

afuufamaa ad.
GAO

1.kan qilleensi itti afarfame. 2. kan qilleensaan guutame.

afuufamuu go.
GAO

1. qilleensi itti afarfamuu. 2. waanti ta'e qilleensaan guutamuu.

afuufamuu go.
GAO

1. qilleensi itti afarfamuu. 2. waanti ta'e qilleensaan guutamuu.

afuuffaa ma.
GAO

1. qaama fincaan keessat itti kuufamu. 2. waan laastika irraa qophaa'ee qilleensi itti guutamee ijoo...

afuuffaa ma.
GAO

1. qaama fincaan keessat itti kuufamu. 2. waan laastika irraa qophaa'ee qilleensi itti guutamee ijo...

afuuffee
GAO

"afuuffaa" ilaalaa.

afuufsisuu go.
GAO

akka afuufu gochuu.

afuufsisuu go.
GAO

akka afuufu gochuu.

afuuftuu ad.
GAO

1. nama waan ta'e afuufu. 2."sobduu" ilaalaa.

afuuftuu ad.
GAO

1. nama waan ta'e afuufu. 2."sobduu" ilaalaa.

afuunfaa ma.
GAO

karaa funyaaniitiin qilleensa ol harkisa.

afuunfaa ma.
GAO

karaa funyaaniitiin qilleensa ol harkisa.

afuura 1
GAO

"hafuura" ilaalaa.

Sponsors