Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
affeellachuu go.
GAO

bishaan keessatti abiddaan bilcheeffachuu.

affeellachuu go.
GAO

bishaan keessatti abiddaan bilcheeffachuu.

affeellii ma.
GAO

gocha affeeluu; Foon kunaffeelli barbaada.

affeellii ma.
GAO

gocha affeeluu; Foon kunaffeelli barbaada.

affeelsisuu go.
GAO

akka affeelu gochuu.

affeelsisuu go.
GAO

akka affeelu gochuu.

affeeluu go.
GAO

bishaan keessatti abiddaan bilcheessuu.

affeeluu go.
GAO

bishaan keessatti abiddaan bilcheessuu.

Afraasaa ma.
GAO

ji'a Sadaasaafi Amajjii gidduu oolu, Mudde.

Afraasaa ma.
GAO

ji'a Sadaasaafi Amajjii gidduu oolu, Mudde.

Afrikaa 1 ma.
GAO

kutaa addunyaa kan bal'inni isaa gulantaa lammataa .

Afrikaa 1 ma.
GAO

kutaa addunyaa kan bal'inni isaa gulantaa lammataa .

afrikaa 2 ma.
GAO

waan haaraa kan duraan hinturre, kan yeroo.

afrikaa 2 ma.
GAO

waan haaraa kan duraan hinturre, kan yeroo.

afsiisuu go.
GAO

akka afu gochuu.

afsiisuu go.
GAO

akka afu gochuu.

afur ad.
GAO

lakkoofsa sadiitti aanee dhufu.

afur ad.
GAO

lakkoofsa sadiitti aanee dhufu.

afurtama 1 ad.
GAO

lakkoofsa soddomii sagalitti aanee dhufu.

afurtama 1 ad.
GAO

lakkoofsa soddomii sagalitti aanee dhufu.

Sponsors