Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
aag (1)
GAO

dhiifama gochuu

aaga (ma)
GAO

1. oduu gaarii kan nama gammachiisu. 2. oduu dhugaa ta'e.

aagii (ma)
GAO

namni hojjeteef dhiifama godhamu, irra darbuun kan haa hafu jedhamu.

aalgee
GAO

"algee 1 ,2 " ilaalaa.

aana (ma)
GAO

1. kan firoomaan namatti dhiyaatu. 2. kutaa godinaa kan bal'inni isaa araddaafi godinaa gidduu.

aankoo
GAO

"jaldeessa" ilaalaa.

aannan .ma
GAO

dhangala'aa adii mucha yookiin harma keessaa bawu.

aannanaawuu .go
GAO

1. aannan ta'uu yookiin bawuu. 2. midhaan daraare corquu.

aara (ma)
GAO

waan akka hurrii kan waan gubachaa jiru keessaa bawu; Aarri ija nama boossisa.

aarfama (ma)
GAO

akka aaru godhama.

aarfama (ma)
GAO

akka aaru godhama.

aarfamuu (go)
GAO

mukti, kaboonni...abidda irra kaawwamee akka aara baasu ta'uu.

aarsuu 1 (go)
GAO

hamaa yookiin waanhintolle hojjetanii yookiin dubbatanii nama dallansiisuu.

Sponsors