Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
afaan 2 ma
GAO

qooqa namni dubbatu;Afaan Oromoo ni dhagaya malee hindubbatu.

afaan baduu go.
GAO

hamaa dubbachuu.

afaan baduu go.
GAO

hamaa dubbachuu.

afaan fajjeessuu go.
GAO

gara wallaalchisuu, joonjessuu.

afaan fajjeessuu go.
GAO

gara wallaalchisuu, joonjessuu.

afaan geeddaruu go.
GAO

gaarii namni dubbateef hiika hamaa kennuu.

afaan geeddaruu go.
GAO

gaarii namni dubbateef hiika hamaa kennuu.

afaan gogsuu go.
GAO

gaaffii yookiin haasaa nama baay'isuu.

afaan gogsuu go.
GAO

gaaffii yookiin haasaa nama baay'isuu.

afaan mi'aawuu go.
GAO

tolaa haasa'uu, gaarii dubbachuu.

afaan mi'aawuu go.
GAO

tolaa haasa'uu, gaarii dubbachuu.

afaan mi'eeffachuu go.
GAO

1.nyaatanii yookiin dhuganii mi'aawuu isaa afaan sossoosun mul'isuu. 2. dubbii tolfachuu miidhegfach...

afaan mi'eeffachuu go.
GAO

1.nyaatanii yookiin dhuganii mi'aawuu isaa afaan sossoosun mul'isuu. 2. dubbii tolfachuu miidhegfac...

afaan qabaachu go.
GAO

1. dhageettii argachuu. 2. oduu baay'isuu.

afaan qabaachu go.
GAO

1. dhageettii argachuu. 2. oduu baay'isuu.

afaan qabachuu go.
GAO

1. harka ofiitiin afaan ofii qabuu. 2. dubbachuu dhiisuu, callisuu.

afaan qabachuu go.
GAO

1. harka ofiitiin afaan ofii qabuu. 2. dubbachuu dhiisuu, callisuu.

afaan simbiraa ma.
GAO

1 . qaama simbirri ittiin nyaattu. 2. afaan waan dhoksaa ittiin haasa'ani, kan hiriyaan yookiin namn...

afaan simbiraa ma.
GAO

1 . qaama simbirri ittiin nyaattu. 2. afaan waan dhoksaa ittiin haasa'ani, kan hiriyaan yookiin nam...

afaan toluu
GAO

 "afaan mi'aawuu" ilaalaa.

Sponsors