Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
addaan bawuu go.
GAO

1. gargar bawuu, iddoo lamatti hiramuu. 2.wal lolanii yookiin wal dhabanii wal biraa deemuu, keessat...

addaan bawuu go.
GAO

1. gargar bawuu, iddoo lamatti hiramuu. 2.wal lolanii yookiin wal dhabanii wal biraa deemuu, keess...

addaan foowuu go.
GAO

gargar baasuu, kobaa kobaatti baasuu; Jabbiin loon hodhaa akka hinoolle addaan foowuu barbaachisa.

addaan foowuu go.
GAO

gargar baasuu, kobaa kobaatti baasuu; Jabbiin loon hodhaa akka hinoolle addaan foowuu barbaachisa.

addaan fuudhuu go.
GAO

gargar baasuu, bakka lamatti baasuu; Midhaan waliin qaban addaan fuudhuu deeme.

addaan fuudhuu go.
GAO

gargar baasuu, bakka lamatti baasuu; Midhaan waliin qaban addaan fuudhuu deeme.

addaan galchuu go.
GAO

nama wal lole gidduu seenanii akka wal dhiisan gochuu. 2. keessummaaf waan barbaachisu kennanii dafa...

addaan galchuu go.
GAO

nama wal lole gidduu seenanii akka wal dhiisan gochuu. 2. keessummaaf waan barbaachisu kennanii daf...

addaannoo
GAO

"hadaanoo" ilaalaa.

addaanuu
GAO

"hadaanuu" ilaalaa.

addabaaba
GAO

"addabaabayii" ilaalaa.

addabaabayii ma.
GAO

bakkee namni itti wal gawu kan akka mana murtii.

addabaabayii ma.
GAO

bakkee namni itti wal gawu kan akka mana murtii.

addaggee ad.
GAO

nama nama hinsaalfanne.

addaggee ad.
GAO

nama nama hinsaalfanne.

addamare ma.
GAO

foon lum'ee hoolaa.

addamare ma.
GAO

foon lum'ee hoolaa.

addana da.go.
GAO

iddoo kana; Amma waan deebi'uuf addanatti eegi.

addana da.go.
GAO

iddoo kana; Amma waan deebi'uuf addanatti eegi.

addee ma.
GAO

1. maqaa kabajaa kan dubartiin ittin waamamtu. 2."aaddee" ilaalaa.

Sponsors