Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
balaqqisuu
GAO

"haqqisuu" ilaalaa.

balbala ma.
GAO

karaamana seenan yookiin ba'an, ulaa; Foddaa (maskootii) ti balbala gidduu hindhaabbatin. 2. saanqaa...

balbala ma.
GAO

karaamana seenan yookiin ba'an, ulaa; Foddaa (maskootii) ti balbala gidduu hindhaabbatin. 2. saanqa...

balbalaa ma.
GAO

muka furdaa balbala irra dhaabbatu, bidiruu balbalaa.

balbaleessa ma.
GAO

marga akka hiddaa lafa irra yaa'u, kan humna (aangii) qabu.

balbaleessa ma.
GAO

marga akka hiddaa lafa irra yaa'u, kan humna (aangii) qabu.

baldhaa
GAO

"bal'aa" ilaalaa.

baldhachuu
GAO

"bal'achuu" ilaalaa

baldhachuu go.
GAO

1 . garaa kee guddaa ta'uu. 2. hamaa na dhaga'amu mara gadi hin obsuu danda'uu.

baldhifachuu
GAO

"bal'ifachuu" ilaalaa.

baldhina
GAO

"bal'ina" ilaalaa.

baldhisa
GAO

"bal'isa" ilaalaa.

baldhisuu
GAO

"bal'isuu" ilaalaa.

baldhoo
GAO

"bal'oo 1, 2" ilaalaa.

balfa ma.
GAO

jibba guddaa irraa qoollifacha, haqni itti nama diriiruu ditta tuffacha.

balfa ma.
GAO

jibba guddaa irraa qoollifacha, haqni itti nama diriiruu ditta tuffacha.

balfachuu
GAO

"balfuu" ilaalaa.

balfamaa ad.
GAO

kan itti kooran, tuffatamaa, jibbamaa.

balfamaa ad.
GAO

kan itti kooran, tuffatamaa, jibbamaa.

balfee ad.
GAO

dubartii waan hunda balfa guddistu.

Sponsors