Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
abbuuqqachuu
GAO

"habbuuqqachuu" ilaalaa.

abbuuqqii
GAO

"habbuuqqii" ilaalaa.

abbuuquu
GAO

"habbuuquu" ilaalaa.

abdachiisuu go.
GAO

abdii kennuufii, akka abdatu gochuu.

abdachiisuu go.
GAO

abdii kennuufii, akka abdatu gochuu.

abdachuu go.
GAO

gara fuulduraatti wayin argadha jedhanii eeggachuu.

abdachuu go.
GAO

gara fuulduraatti wayin argadha jedhanii eeggachuu.

abdatamuu go.
GAO

abdiin nama irra kaawwamuu.

abdatamuu go.
GAO

abdiin nama irra kaawwamuu.

abdii dhabuu go.
GAO

waan abdii irra kaawwatan dhabuu, waan abdatan argachuu baachuu.

abdii dhabuu go.
GAO

waan abdii irra kaawwatan dhabuu, waan abdatan argachuu baachuu.

abdii kutuu go.
GAO

waan duraan abdatan irraa bawuu,abdachuu dhiisuu.

abdii kutuu go.
GAO

waan duraan abdatan irraa bawuu,abdachuu dhiisuu.

abdii ma.
GAO

waan gara fuuldurattin argadha jedhanii eeggatan; "Ollaa abdatteeti dhirsa heexoo obaafte"

abdii ma.
GAO

waan gara fuuldurattin argadha jedhanii eeggatan; "Ollaa abdatteeti dhirsa heexoo obaafte"

abeebe
GAO

"habeebe" ilaalaa.

abidda ma.
GAO

waan boba'ee waa gubu.

abidda ma.
GAO

waan boba'ee waa gubu.

abishii
GAO

"sunqoo" ilaalaa.

abjoochuu
GAO

"abjootuu" ilaa'laa.

Sponsors