Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bacaqii ma.
GAO

sagalee bishaan keessa yoo kaatan dhaga'amu.

baccee ma.
GAO

bishaan marga urufaa keessa ciisu, kan dhoqqeen wal makee yeroo keessa deeman namatti ol faca'u.

baccee ma.
GAO

bishaan marga urufaa keessa ciisu, kan dhoqqeen wal makee yeroo keessa deeman namatti ol faca'u.

bacheechuu
GAO

"basseessuu" ilaalaa.

bacheeffachuu
GAO

"basseeffacahuu” ilaalaa.

Bacho ma.
GAO

maqaa biyyaa..2. maqaa osa Oromoo.

Bacho ma.
GAO

maqaa biyyaa..2. maqaa osa Oromoo.

bachoo
GAO

”bassoo 1”ilaalaa.

bachuluu go.
GAO

qola irraa baasuu, tumuu, shakashakuu.

bachuluu go.
GAO

qola irraa baasuu, tumuu, shakashakuu.

bacoo. ma.
GAO

nyaataa silmii fakkaattu tan fooliin ishii yeroo mecereqxu xirooftu, tukaana, geergoo.

bacoo. ma.
GAO

nyaataa silmii fakkaattu tan fooliin ishii yeroo mecereqxu xirooftu, tukaana, geergoo.

bada 1 je.
GAO

"Bada abalu maal nuu wayya; Bada bukkee si nyaate."

bada 1 je.
GAO

"Bada abalu maal nuu wayya; Bada bukkee si nyaate."

bada 2 ma.
GAO

1. bakkee duraan jiranii deemanii igiritti (iddoo -biraatti)dhokannaa. 2 dhokatanii biyya gadi lakki...

bada 2 ma.
GAO

1. bakkee duraan jiranii deemanii igiritti (iddoo -biraatti)dhokannaa. 2 dhokatanii biyya gadi lakk...

badaa 1 ad.
GAO

gaarii kan inta' in, kan tolaa hinhojjenne, hamaa; Dafqa (horii) nama biraa nyaachuun badaadha.

badaa 1 ad.
GAO

gaarii kan inta' in, kan tolaa hinhojjenne, hamaa; Dafqa (horii) nama biraa nyaachuun badaadha.

badaa 2 da.go.
GAO

1.  kan ammi isaa baay'ee ta'e; Nama badaa yaamtee bakkee teessumaa baay'istee qopheeffattee?2. ba...

badaa 2 da.go.
GAO

1.  kan ammi isaa baay'ee ta'e; Nama badaa yaamtee bakkee teessumaa baay'istee qopheeffattee?2. b...

Sponsors