Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
baay'ifachuu go.
GAO

baay'ee taasifachuu, guddifachuu.

baay'ina a.
GAO

hedduu ta'iisa, lakkoofsaan guddina.

baay'ina a.
GAO

hedduu ta'iisa, lakkoofsaan guddina.

baay'isuu go.
GAO

baay'ee yookiin hedduu taasisuu.

baay'isuu go.
GAO

baay'ee yookiin hedduu taasisuu.

baazeqaa ma.
GAO

meeshaa sirbaa.

baazeqaa ma.
GAO

meeshaa sirbaa.

baazuqaa ma.
GAO

meeshaa waraanaa.

baazuqaa ma.
GAO

meeshaa waraanaa.

babarii ma.
GAO

meeshaa lafa ataakiltiin qotan, kan biyyee ataakiltii ittiin garagalchan, cakii.

babarii ma.
GAO

meeshaa lafa ataakiltiin qotan, kan biyyee ataakiltii ittiin garagalchan, cakii.

babattee ma.
GAO

muka fiixee hordaatti maarashaa wajjin qonyeedhaan gindiitti bitaa mirgaan kaawwamee ittiin qotan.

babattee ma.
GAO

muka fiixee hordaatti maarashaa wajjin qonyeedhaan gindiitti bitaa mirgaan kaawwamee ittiin qotan.

babbaqa ma.
GAO

boqqolloo yookii mishingaa margee jilba gaye akka lafti itti toluuf qotileen qota.

babbaqa ma.
GAO

boqqolloo yookii mishingaa margee jilba gaye akka lafti itti toluuf qotileen qota.

babbaquu go.
GAO

boqqolloo yookiin mishingaa margee jilba gaye lafa ittitolchuuf qotileen qotuu,  shalashaluu.

babbaquu go.
GAO

boqqolloo yookiin mishingaa margee jilba gaye lafa ittitolchuuf qotileen qotuu,  shalashaluu.

babsii ma.
GAO

waan wal lolan keessaa tokko qarqaarsa, irra dhaqiisa, tumsa, baabsii.

babsii ma.
GAO

waan wal lolan keessaa tokko qarqaarsa, irra dhaqiisa, tumsa, baabsii.

bacaqii ma.
GAO

sagalee bishaan keessa yoo kaatan dhaga'amu.

Sponsors