Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
baasas ma.
GAO

horii ormaa kaffalan, idaa.

baashe
GAO

"beela 2" ilaalaa.

baasifachuu 2 go.
GAO

horii akka namaa kanfalan goosifachuu.

baasifachuu 2 go.
GAO

horii akka namaa kanfalan goosifachuu.

baasifachuu1 go.
GAO

akka keessaa baasu goosifachuu; Ofii yoo qoree arguu baatte maaliif ijoollee baasifachuu diddee?

baasifachuu1 go.
GAO

akka keessaa baasu goosifachuu; Ofii yoo qoree arguu baatte maaliif ijoollee baasifachuu diddee?

baasiftuu ad.
GAO

nama bishaan daakee laga nama ceesisu, daaktuu.

baasiftuu ad.
GAO

nama bishaan daakee laga nama ceesisu, daaktuu.

baasii
GAO

"baasa 5" ilaalaa.

baasisuu 1 go.
GAO

akka kanfalu gochuu.

baasisuu 1 go.
GAO

akka kanfalu gochuu.

baasisuu 2 go.
GAO

alatti akka adeemsisu, yaasu gochuu.

baasisuu 2 go.
GAO

alatti akka adeemsisu, yaasu gochuu.

baasuu 3 go.
GAO

weedduu, sirba, yookiin weellee sagaleen dhageessisuu; Ati sirba nuu baasuudidde.

baasuu 3 go.
GAO

weedduu, sirba, yookiin weellee sagaleen dhageessisuu; Ati sirba nuu baasuudidde.

baasuu 1 go.
GAO

keessaa gara alaatti yaasuu, fuudhuu; Manaa baasuu, biyyaa baasuu.

baasuu 1 go.
GAO

keessaa gara alaatti yaasuu, fuudhuu; Manaa baasuu, biyyaa baasuu.

baasuu 2 go.
GAO

idaa kaffaluu, horii kennuu.

baasuu 2 go.
GAO

idaa kaffaluu, horii kennuu.

baataa ma.
GAO

farda fe'iisaa, maxxaanaa.

Sponsors