Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
axee ma.
GAO

maqaa mootota Habashaa kan kabajaaf kennamu.

axoofsisuu
GAO

"haxoofsisuu" ilaalaa.

axxiffachiisuu
GAO

"haxxiffachiisuu" ilaalaa.

axxiffachuu
GAO

"hanxiffachuu" ilaalaa.

axxissoo
GAO

"haxxissoo" ilaalaa.

aya
GAO

"haya 1,2" ilaalaa.

ayaamii ma.
GAO

ulfina yookiin jabeenya nafaa, kaawo.

ayaamii ma.
GAO

ulfina yookiin jabeenya nafaa, kaawo.

ayeetuu
GAO

"hayeetuu" ilaalaa.

ayibii ma.
GAO

baaduu yookiin areera o'isanii yookiin itichanii dhamni keessaa baye, qimxoo.

ayibii ma.
GAO

baaduu yookiin areera o'isanii yookiin itichanii dhamni keessaa baye, qimxoo.

ayilii
GAO

"hayilii" ilaalaa.

ayituu
GAO

"hayeetuu" ilaalaa.

ayyaana ma.
GAO

waan nama irrattibu'ee nama gajafsiisa yookiin dalagsiisa jedhamu. 2. milkii yookiin carraa; 3. guyy...

ayyaana ma.
GAO

waan nama irrattibu'ee nama gajafsiisa yookiin dalagsiisa jedhamu. 2. milkii yookiin carraa; 3. guy...

ba'aa ma.
GAO

waan baatan, fe'iisa; Ba'aan baatan dhawaata (suuta) ulfaataa deema.

ba'aa ma.
GAO

waan baatan, fe'iisa; Ba'aan baatan dhawaata (suuta) ulfaataa deema.

ba'eessa ad.
GAO

Yaraa yookiin gadhee kan inta'in, gaarii, tolaa.

ba'eessa ad.
GAO

Yaraa yookiin gadhee kan inta'in, gaarii, tolaa.

ba'eettii ad.
GAO

gaarii, toltuu (nadheeniif).

Sponsors