Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
yaaddachiisuu
GAO

"yaadachiisuu" ilaalaa.

yaaddachuu
GAO

"yaadachuu" ilaalaa.

yaaddamuu
GAO

"yaadamuu" ilaalaa.

Yaaddoo
GAO

"yaada" ilaalaa.

yaaduu go.
GAO

1. Jaalalli yookiin arguuf hawwii guddaan namatti dhaga'amuu. 2.itti heduu; Gamni yaadaan bula; Yaad...

yaafachiisuu go.
GAO

akka yaafatu gochuu,akka hatu gochuu; Keessa beekaatu horii namaa yaafachiisa.

yaafachuu go.
GAO

mooraadhaa baasanii fudhachuu; Hattuutu horii Jalaa yaafate.

yaafamuu go.
GAO

1.gadi naqamuu, dhangalaafamuu. 2.gadi lakkifamuu, bobbaafamuu.

yaala ma.
GAO

nyaataan soora. 2. malaan qabiisa.

yaalachuu go.
GAO

nyaataan soorachuu. 2. malaan waldhaannachuu. 3. ijibbaata ga'achuu.

yaalamuu go.
GAO

1.qorichaan wal'aanamuu 2. malaan qabamuu. 3. ijibbaata ga'amuu.

yaalchisuu
GAO

"yaalsisuu" ilaalaa.

yaallachuu
GAO

"yaalachuu" ilaalaa.

yaalsisuu go.
GAO

akka yaalu gochuu.

yaaluu go.
GAO

1. nyaataan sooruu, gabbisuu. 2. malaaan waldhaanuu, sossoeuu; sa'a didaa odoo hinyaalin hingurguran...

yaammachuu go.
GAO

ofiif jedhanii kottu jechuunii, waammachuu.

yaamsisuu go.
GAO

akka yaamu gochuu, waamsisuu.

yaamuu go.
GAO

gara ofiitti akka dhufuuf sagalee ittiin gawuu, kottu jechuu, waamuu; Cidha qopheeffattanii fira yaa...

yaaphachiisuu
GAO

"yaabbachiisuu" ilaalaa.

yaaphachuu
GAO

"yaabbachuu" ilaalaa.

Sponsors