Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
xiyyee
GAO

"xi'oo"  ilaalaa.

xiyyiitii ma.
GAO

"rasaasa" ilaalaa.

xiyyoo
GAO

"qarqara" ilaalaa.

xiyyoomuu go.
GAO

jabaachuu, cimaa ta'uu.

Xobbee ad.
GAO

kan hinbilchaanne, kichuu, corqaa.xobbiria ma. xoboee ta'iisa.

xombee
GAO

"xobbee" ilaalaa.

xomboora
GAO

"daamotii" ilaalaa.

xoolla' a ma.
GAO

bokkaadhaan,yookiin bishaaniin, w.k.f.,tortora, laafa.

xoolla'uu go.
GAO

bishaaniin,pokkaadhaan, w.k.f. tortoruu yookiin garmalee laafuu.

xoollagaa ad.
GAO

1. biqiltuu bishaan dhabee nafti isaa rifate, coollogaa. 2. kan nyaata dhabee huqqate, kan loon yook...

xoollagduu ad.
GAO

Tan dhama yookiin jiidha hinqabne, gar malee huqqattuu, coollagduu.

xoollagsuu go.
GAO

akka xoollagu (coollagu) gochuu.

xoollaguu go.
GAO

bishaan dhabiisaan yookiin o'a hamaadhaan qaamni biqiltuu laafuu, rifachuu, coollaguu, qooruu. 2. hu...

Xoollee'uu go.
GAO

Akka xoolla'u gochuu.

xoosinyii ma.
GAO

gosa biqiltuu shokonnata fakkaatu, kan dhadhaa ittiin baqsan.

xoph jechuu go.
GAO

irraa lafatti gadi bu'uu, gadi utaaluu.

xopha'aa ad.
GAO

kan huqqate yookiin xoollage.

xopha'uu go.
GAO

huqqachuu, qal'achuu, xoollaguu.

xopheessuu go.
GAO

huqqisuu, xoollagsuu.

xossee ma.
GAO

akaayii keessi isaa alatti garagalu.

Sponsors