1.baay'ina yookiin guddina dhaba, xinneenya. 2. kabaja dhaba, xinneenya, salphina.
baay'ina yookiin guddina 'oolchuu, xinneessuu, addee taasisuu.2.kabaja dh wwachuu, xinneessuu, salph...
kan baay'ee yookiin guddaa hinta'in, xinnoo, maddee. 2. salphoo, xinnoo kan kabaja hinqabne.
1.guddina 'oola yookiin dhabiisa, Xinnummaa, maddacha. 2. kabaja dhaba, xinnummaa; Saragee wajjin oo...
ajeeffachuu, baay'isanii jibbuu;Amma fe'anillee miidhaman fira ofii xireeffachuun nama rakkisa;Yoo q...
bineensa daggalaa, tan halkan keessa asiifi achi deemtu, tan fooliin ishee urgaawu. 2. dafqa yookiin...
sagalee bineensi akka qeerransaa(keessumattuu yeroo gaanu) wal irraa kukkutaa dhageessisu, harqu...
jecha yeroo baay'ee daa'imni akka afuura (hinboonye) ittiin dhowwan; Mee xis ximbisi Jedhi, yoon si ...