tuffii yookiin jibba agarsiisuuf gorora ilkaan gidduun alaalatti qal'isanii cirriqsuu.
bishaan ciisaa keessi isaa gadi fagaatu, garba; Xiillaan daaka jettee akka hinliqimfamne.
hojii dhowwaa yookiin diddaa namatti agarsiisuuf jedhanii hojjetan; Xiiqiidhaa jettee waan hinbarbaa...
mi'a sibiilaafi carqii irraa qophaayu, kan of irra qabanii bokkaafi aduu of irraa ittiin dhowwan, di...
1. jabeessanii hidhuu. 2.cimsanii miilaan dhiituu; Arrabsinaani aaree hudduu isaa keessa xillise.