Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
xammuu .go.
GAO

wanti akka soggiddaa, cabbii baquu yookiin bulbulamuu.

xamxaamma'uu go.
GAO

xuriin nafa irratti goguu.

xamxaammaa ma.
GAO

xurii nafa irratti goge, leelee; Xamxaammaa baattee gabaa hinbayinii luka kee irraa dhiqadhu.

xan'acha
GAO

"xannacha" ilaalaa.

xanbaa'a ma.
GAO

abidda keessa seenee gubacha yookiin ciinca'a.

xanbaa'uu go.
GAO

Abidda keessa seenee gubachuu.

xanbeesaa ma.
GAO

abiddatti gatanii akka qixxee ta'utti guba.

xanbeessisuu go.
GAO

akka xanbeessu gochuu.

xanbeessuu go.
GAO

abiddatti gatanii akka cilee ta'utti gubuu, ciincessuu.

xannacha ma.
GAO

gudunfaa yookiin quraanqurxii foon keessaa.

xannee ma.
GAO

beela hamaa, Kan balaa adda addaa irraan nama gawuf danda'u; Abalu midhaan dhabee xanneedhaan du'e.

xanneen dhawuu go.
GAO

nyaata dhabiisa irraan kan garaan nama ululuu, dhooquu.

xanneen qabuu go.
GAO

beela hamaa beela'uu.

xar gochuu go.
GAO

sagalee dhuufuu gadii dhiisuu. 2. "tarsaasuu" ilaalaa.

xaranga'aa ad.
GAO

nama quufaa ija hinfuune.

xarangaatuu ad.
GAO

dubartii quuftuu ija hinfuune.

xarangalloo ad.
GAO

dubartii furdoo, kan humaa hinsodaanne, humna qabeettii.

xarapheezaa ma.
GAO

mi'a manaa ykn biiroo kan miila afurii isa yeroo baay'ee muka irraa qophaawu, kan irratti waa hojjet...

xaroo ma.
GAO

waan nama waraanu, qoraattii. 2. gombisaa xinnoo mana keessatti midhaan itti naqatan.

xarriftuu ad.
GAO

tan mormaan sirbitu. 2. tan xar gootu.

Sponsors