Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
warraaquu go.
GAO

oliifi gadi deemuu, socho'uu.

warrana je.
GAO

sagalee keessummaan nama mana keessaa ittiin waamu, warra kana!; Warrana, attam bultan?

warroomuu go.
GAO

warra ta'u , ijoollee horuu; Kan fuudhe warroomuun isaa  hin oolu.

warshaa ma.
GAO

faabiriikaa mi'aa; Haamtuun warshaatti hojjetama

warshallee ma.
GAO

mi'a adda addaa kan warshaa keessatti qophaa'u; Saamunaan gosa warshalleeti.

waru
GAO

"waraabessa" ilaalaa.

warwaachisuu
GAO

"watwaachisuu" ilaalaa.

warwaachuu
GAO

"watwaachuu" ilaalaa.

warwaata
GAO

"watwaata" iiaalaa.

warwarrii 2. da.go.
GAO

1. yeroo sirriitti hinbari'in; Ganama warwarrii keessa laga bu'e. 2. yeroo hurriin haphatee lafa qab...

warwarriil ma.
GAO

yeroo roobni darbee darbee roobu; Warwarrii keessa xaafii facaafatu. 2.rooba darbee darbee roobu; Wa...

wasaasaa ma.
GAO

wal gargaaranii baacha; Namicha wasaasaan baatanii mana qorichaa geessan.

wasana ma.
GAO

daarii yookiin daangaa lafaa,. bakka lafti yookiin biyyi ofiifi kan ormaa gargar bawu; wasanaaf dhag...

washakaree ad.
GAO

kadhalabbee, kan jabeenya hinqabne, dhamatuu, makatu; IjooIIeen weeddisa ajjeesaa hinbeektu.

wasiila ma.
GAO

obboleessa abbaa, abbeeraa yookiin adeeraa.

watara ma.
GAO

lafa hinqotamin, urufa,bajjii; Horii wataratti bobbaase. 2. nama ijoollummaa keessa darbe, dargaggee...

watwaachisuu go.
GAO

akka watwaatu gochuu.

watwaachuu
GAO

"watwaatuu" ilaalaa.

watwaata ma.
GAO

iyya dhaanicha yookiin oriisaa sodaatanii of irraa dabarsuuf iyyan; Watwaatni kee kun dhaanicha si h...

watwaatuu go.
GAO

dhaanamuu yookiin oriisaa sodaatanii of irraa dabarsuuf iyyuu, kadhachuu; Gangalattee foon llaattii ...

Sponsors