1 . gargar bawuu; Erga abbaaniifi haati wal hiikanii dhalate. 2. "walii tufuu" ilaalaa.
yaada walii argachuu dadhabuu, adda adda yaaduu, walii galuu dhabuu. 2. otoo wal hin argin wal bira ...
uleedhaan wal dhaanuu, wal dhaba uumuu; Gabaa keessatti uleedhaan wal qoraasan.
kan rakkina qabu yaaluu, sooruu; Nama cabe dhangaadhaan wal'aanu. 2. "sossobuu" ilaalaa.
bilisummaa, birmadummaa, hacuuccaa bifa kamiiyyuu malee jireenya; yaa walabummaa! walabummaan damma!
gartokkee waan ta'e; Midhaan qarbata walakkaa bitate. 2. gidduu waan ta'ee; Utubaan mana walakkaa dh...