yeroo galgalaa qabee hamma namni rafutti jiru; Waan warri waarii dubbatu, daa 'imti waareen baati. 2...
sirba ollaan yookiin hir-iyaan yeroo fuudhafi heerumaa waarii waarii walitti dhufanii sirban, sirba ...
nama nama balleessaa hojjeteef yookiin idaa nama biraatiif bakka namaa bu'u, wabii; Gaalan barbaadam...
warra ogummaa harkaa adda addaa qabaniif maqaa kenname. 2. gogaa duugu, faaqii. 3. gosa Oromoo.
nama kabajan yookiin saalfatan. 2. gosa Oromoo. 3. maqaa biyyaa; "Abshaalli sumaaf dhalate Waayyuu y...