Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
tuuluu go.
GAO

baay'isanii wal irra naquu; Ba'aa kana as tuuli.

tuuta ma.
GAO

waan wal bira eddummate yookiin wal bira baay'ate; Abbaan kee tuuta gamaa sana keessaa alaalaa muldh...

tuuta'uu go.
GAO

walitti baay'achuu yookiin gobbachuu; Yammuu hattuun qabamtu ilaaluuf namoonni walitti tuuta'u.

tuutuu 1 ma.
GAO

daggala takkaayis bosona walitti gobbate, saare.

Tuutuu 2
GAO

"tutuu" ilaalaa.

U,u
GAO

qubee oromoo kan tarree digdamii tokko irratti argamu.

uccuu
GAO

"huccuu" ilaaiaa.

uchurraa'a ma.
GAO

garaan nama ruurra'a, garaa guddina.

uchurraa'aa ad.
GAO

nama garaan afuufame, kan garaan isaa guddaa, ruurrii.

uchurraa'uu go.
GAO

garaan nama afuufamuu, ruurra'uu.

uchurreessuu go.
GAO

akka uchurraa'u gochuu.

uchurroo
GAO

"uchurraa'aa" ilaalaa.

uchurrooftuu ad.
GAO

nama (keessumattuu dhalaadhaaf) garaan afuufame, tan garaan isee (ishee) guddaa.

udaan ma.
GAO

siicoo midhaan nyaatamee kan garaa keessaa gadi bawu.

udaansisuu go.
GAO

akka udaanu gochuu.

udaantuu ad.
GAO

tan afaan hintollee, tan gadi haasoftu.

udaanuu go.
GAO

dugda hiikkachuu, boolii yookiin garaadhaa of baasuu, haguu. 2. waan bushaayaa, haasaa saragee haasa...

udanuu go.
GAO

waan ta'e gar malee itti guutuu, cuqqaaluu.

uddeella
GAO

"huddeella" ilaalaa.

uddeellaa
GAO

"huddeellaa" ilaalaa.

Sponsors