Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
tuffatamaa ad.
GAO

kan ulfina hinqabne, kan kabajni ,hinkennamneef.

tuffee 1 ma. (qaanii)
GAO

1. nafa hormaata hiiraa, qunxurroo, shulee. 2. qaawa hudduu, munnee.

tuffee 2 ma.
GAO

muka hubboo yookiin ro'oo annan ittiin raasan cuqqaalamu, kan yammuu aannan raasan hubboo yookiin ro...

tuffii ma.
GAO

gocha yookiin agarsiisa ulfina yookiin kabaja of keessaa hinqabne; Nama tuffii kee dhiisi.

tufii da.go.
GAO

utuu itti hiyyaadin, dunyitii, tasa, yammuudhuma sana; Keessummaatu tufii na irra baye.

tufsiifachuu go.
GAO

namni nama abaare Waaqni siif haa dhiisu akka jedhu gochuu.

tufsiisuu go.
GAO

akka tufu gochuu. 2. waan karaa malee bade baasisuu yookiin deebisiisuu; Horii sobdee nyaatte sana s...

tufuu 1 go.
GAO

gorora afaan keessaa hafuuraan darbatanii baasuu; Gorora lafa arganitti tufuun ilaalchattl hintolu. ...

tufuu 2 go.
GAO

nama abaraniin Waaqni siif haadhiisu jechuu.

tufuu go.
GAO

gororri yookiin wanti afaan keessa jiru afaan keessaa alatti darbatamuu. 2. qaratti jibbamuu; Fira o...

Tugga'uu go.
GAO

utubaadhaan yookiin muka baallaa qabuun waan jiguu gaye ol qabuu.

tuggaasisuu go.
GAO

akka tugga'u yookiin tuggeedhaan ol qabu gochuu.

tuggee ma.
GAO

muka baallaa qabu, kan waan kufuuf, jiguuf gaye jala dhaabanii ol utuban.

tuggoo ma.
GAO

1 . "tuggee" ilaalaa. 2. muka gophoo dheeraa.  kan mataan sibiilaa ittiin ciraa cirani.

tujaara ad.
GAO

nama qabeenya guddaa qabu, sooressa, dureessa.

tujii
GAO

"tujuba"  ilaalaa.

tujuba ma.
GAO

wiirtuu galaanaa bakka gadi fagaatu, tuuju; Tujubni galaanaa nama liqimsa.

tukaana ma.
GAO

nyaata sireetti yookiin qaawwa mukaatti galu, kan dhiiga namaa xuuxu, kan yoo buruqsan dhiigni isaa ...

tuksii 1 ma.
GAO

shugguxii, qawwee yookiin meeshaa waraanaa dhukaasa, xaaxessa; Diinni dhufnaan tuksii itti banan.

tuksii 2 ma.
GAO

uffata miicamee qoore kaawuyyaa o'aan diddiriirsa, miidhagsa; Tuksii hinbeektuu, uffata gubdaa dhiis...

Sponsors