gombisaa mana keessa dhaabatu, kan faltii, lemmana yookiin sooyyama irraa hojjetanii dhoqqee looni...
1. rasaasa; qawee yookiin shugguxii keessaa, dhukaafamuu, dhuka'uu, xaaxa' uu. 2. qaccen uka'u...
kan tokkicha duwaa (qofa) taate, qeentee; ,Jaarsi ilkaan tokkee baaqelaa hinnyaatu; "Sadeen gemm...
cimsanii wanti tokko qeentee yookiin takka qofa ta'uu ishii kan ittiin agarsiisan.
jalqaba lakkoofsaa kan lama dura dhufu; Tokko, lama, sadii... jedhii lakkaayi. isa duraa, jalqab...
hunda waan hinta'in, darbee darbee kan tau yookiin argamu; Namni tokko tokko of hata.
ergaan takkaa odoo hinta'in, mata mataadhaan; Wal faana hinkaatinaatii tokko tokkoon seenaa.
1. qawwee, shugguxii, w.k.f. Akka dhukaasu gochuu,dhukaasisuu. 2. qaccee dhukaasisuu, iyyisiis...
1. uffata kaawuyyaadhaan akka wal qixxeessu gochuu, kaawuyyaa o'een uffata qoqoncoore diddiriirsuu. ...
rasaasa qawwee, shugguxii, w.k.f. keessaa xaaxessuu yookiin dhukaasuu; Diinatti qawwee tokkosuu. 2. ...
1. uffata miicamee qoore kaawuyyaa o'een irra deemanii diriirsuu, wal qixxeessuu. 2. horii dhibame s...